Xurree ittiin seenan

Breaking News

Abbootiin Gadaa Torbee Araara labsan


Abbootiin Gadaa Oromoo jala bultii ayyana Irrechaatti Torbee Araara labsan.  

Torbeen araara kun rakkoo hawaasumaa fi siyaasaa lammiilee jidduu jiru qulqulleffachuun hundu akka jaalalaan bara haaratti waliin cehuuf jedhamee akka tahe dubbatu.

Irrechi Hora Finffinee Fulbaana 24 fi Irrechi Hora Harsadee Fulbaana 25 akka kabajamus Abbootiin Gadaa kun labsanii jiran. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Abbootiin Gadaa Torbee Araara labsan
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:15 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG