FINFINNEE —
Namoonni tiyaatira kana daawwatan ijoollee Oromoo magaalaa keessatti aadaa fi duudhaa isaanii dagataan daandiitti debisuuf hojiin akkasii jajjabbeffamu qaba, jedhu. Da'imman tiyaatiracha ilalanis itti gamaduu isaanii dubbatu.