Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qabxiin Barnoota Sadarkaa Ol'aanaa Seensisu Ifa Godhame


Barattoonni Kuma 140 Ol Dhabbatoota Barnoota Mootummaatti Ramadamuuf Jiraachuun Ibsame

Ministarri Saayinsii fi Dhaabbatoota barnootaa Olaanoo qabxii barattoonni gama gara dhaabbatoota barnootaa sadarkaa ol’aanaatti ittiin galan ibsuudhaan, barattoonni kuma dhibba tokko fi kuma afurtamii lamaa ol akka dhaabbatoota barnootaa mootumaatti simatan beeksisee jira.

Ministirichi akka beeksisetti, baatii Fulbaanaa irraa eegalee Yunivarsiitonni hunduu barattoota simachuu eegalan. Kutaa barnootaa filachuun isaanii immoo qabxii turtii waggaa tokkoo booda argatan irratti hundaa’uun geggeessama. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Qabxiin Barnoota Sadarkaa Ol'aanaa Seensisu Ifa Godhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:43 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG