Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ejensiin Babbal'na Waldaalee Hojii Gamtaa Oromiyaa Ayyaana Waggaaf Oomishalee Qonnaa Gatii Madaalawaan Finfinneetti Dhiyesse


(Suuraa faayilii)

Ayyaana waggaa haaraa Itoophiyaa boor ayyaaneffamu akka gatiin hin dabalamne gochuuf jecha, Ejensiin Babbal'na waldaalee Hojii Gamtaa Oromiyaa oomishalee qonnaa gatii madaalawaan Finfinneetti dhiyessee jira.

Namoonni Oomishaalee kana bitachuf gara gabaa dhufan gatiin Xaafii Kuntalaa tokko, ka daldaltoonni gurguran irraa qarshii Kuma tokko hanqisamee gurgurama, jedhu.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Ejensiin Babbal'na Waldaalee Hojii Gamtaa Oromiyaa Ayyaana Waggaaf Oomishalee Qonnaa Gatii Madaalawaan Finfinneetti Dhiyesse
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:49 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG