Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gaaddisaa Hirphaasaa Nama Akkamii Ture? Maatii Isaa Dubbisneerra


“Anaa fi isa na himate keessaa eenyu yakkamaan?”

Dhiheenya kana Mana hidhaa Maa’ikalaawwii gara Muuziyeemiitti jijjiirame keessatti barreeffamoota hidhamtootaan dur ededa kutaalee hidhaa manichaa irratti barreeffaman keessaa tokko “Anaa fi isa na himate keessaa eenyu yakkamaan?” ka jedhuu fi maqaan obboleessa isaa – Gaaddisaa Hirphasaa jiraachuu miidiyaalee irraa dhaga’uu isaa dubbata -– Barsiisaa Kumalaa Hirphasaa. "Mana hidhaatti dararaa irra gaheen Hospitaala Minilik 2ffaatti yeroo lubbuun isaa baate, Gaaddisaan dargaggoo waggaa 27 ture." Jedha.

"Waa’een isaa nama keessaa citus, na keessaa cituu dide” – ka jedhan immoo haadha Gaaddisaa Hirphasaa – Aadde Jaalalii Diroo ti. immoo.

Gaaffii fi deebii guutuu caqasaa

please wait

No media source currently available

0:00 0:08:12 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG