Xurree ittiin seenan

Breaking News

"Gaaffiin Bulchiinsa Naannoo Ofii Qabaachuu Nuuf Rakkoo Miti"


Gaaffiin Bulchiinsa Naannoo Ofii Qabaachuu Nuuf Rakkoo Miti
Gaaffiin Bulchiinsa Naannoo Ofii Qabaachuu Nuuf Rakkoo Miti

Lammiwwan Itiyoophiyaa ta’u keenyatti amantii jabaa qabna kan jedhan bakka buutonni ummata Hadiyyaa gaaffiin bulchiinsa naannoo ofii qabaachuu nutti hin ho’uu nutti hin qabnaa’uu jedhan.

Bakka buutonni kun mummicha ministeera Abiy Ahamd waliin kanneen mari’atan yoo ta’u jijjirama biyyatti keessaa akka deggeran kunis dogoggoora ammaan dura hojjataman sirreessuuf kan gargaaru ta’u dubbatan.

Hadiyyaan uummata falaasama Idaa’amuu hojiin kan barsiseedha jechuun kan dubbatn Dr. Abiyyi Ahamad uummanni nagaa jaallatu kana mootummaan kabajaa guddaa qabaaf jedhan.

Gaaffilee uummata biraa ka’an kan bu’uura misoomaa qorannoodhaan akka furamuuf Dr. Abiyyi kallattii kaa’uu isaanii Yonataan Zabdiwoos gabaaasee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG