Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dirree Dhawaa Keessatti Haleellaan Dhaqqabe Lubbuu Namaa Galaafate


Magaalaa Dirree Dhawaa keessatti sambata galgala jalqabamee ammas irra deebi’uun hookkarri ka’een lubbuun nama tokkoo maduu waajjirri kominikeeshinii bulchiinsa magaalattii biiroo beeksisee jira.Jiraattonni gama isaaniin lakkoobsi namota ud’anii sadii ga’uu dubbatu.

Guyyaa dheengaddaa immoo manneen sagadaa gubuu akkasumas baankolee fi waaltaalee mana yaalaa saamuuf yaaliin ta’eera jedhan. guyyaa kaleessaa garuu magaalattiin tasgabbooftee manneen daldalaa banamanii tajaajila kennuun gabaasameera.

please wait

No media source currently available

0:00 0:03:52 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG