Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gochaan Gammachuu Gaaromsaa Irratti Raaw’atame Dhiittaa Mirga Namummaa Ti, Jedhe Koomishinarri Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa 


Gammachuu Gaaromsaa
Gammachuu Gaaromsaa

Gochaan tibba kana Godina Wallagga Lixaa aanaa Ayiraattii dargaggoo Gammachuu Gaaromsaa irratti raaw’atame dhitta mirga namoomaa ti, jedha - Komishiinii mirga namoomaa Itiyoophaa.

Dhimma kana irratti qabxileen qorannoo gad-fageenyaan geggeeffamuu qaban akka jiran kan akeeke, Koomishinichi, “Namoonni dhittaa mirga namooma nama qabamee harka seeraa jiru akka kanaa irratti raaw’atan itti gaafatamumaaf dhihaachu qabu,” jedha.

Gabaasasa guutuu caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:16 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG