Xurree ittiin seenan

Breaking News

Atileeetonni Oromoo Olompikii  Riyootti Mallattoo Mormii Agarsiisan  Itiyoophiyaatti Deebi’an


Atileet Taammiruu Kaffiyaalewu fi Atileet Magarsaa Taasisaa biyyatti deebi'an
Atileet Taammiruu Kaffiyaalewu fi Atileet Magarsaa Taasisaa biyyatti deebi'an

Atileetonni Itoophiyaa Paaraalimpikii Riyoo irratti mormii agarsiisan, eega waggoota sadi’iif Braazil keessa turanii booda tibba kana gara Itoophiyaatti deebi'anii jiru.

Atileet Taammiruu Kaffiyaalewu fi Atileet Magarsaa Taasisaa wagga sadii dura Olompikii sadarkaa Addunyaa biyya Riyoo Di Jenerootti hirmachuuf biyya Braazil deeman. “Garuu, cunqursaan yeroo sana Itiyoophiyaa keessatti lammiilee keenya irratti raaw’atamaa ture xiiqii keessa nu galchee, dorgommicha irratti mallattoo mormii agarsiisuun achitti hafne” jedhu.

Tsahaay Daamxoo tu dubbisee Finfinnee irraa gabaase

Atileeetonni Oromoo Olompikii  Riyootti Mallattoo Mormii Agarsiisan  Itiyoophiyaatti Deebi’an
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:05 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG