Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gubaa fi Irreechi Naannoo Waashington Diisiitti Ayyaaneffame


Ayyaanni Gubaa fi Irreechaa lammiwwan Oromoo Waashingtan Diisii fi naannawa ishee jiraataniin Sanbata galgalaa fi Dilbata ayyaaneffamee jira. Irra-jireessi qeerroo fi qarree Oromoo kutaalee Meeriland, Verjiiniyaa fi Waashingten Diisii, akkasumas, kanneen naannoolee ka biroo irraa dhufan kan itti hirmaatan ayyaanni Irreechaa gaafa Dilbataa Hara Artimeeshiyaa kan handaara Waashintan, kutaa Meeriland keessatti sirna how’aadhaan ayyaaneffane. Achitti argamuun gabaasaa Nugusuu Taammiree qindeesse caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:07:01 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG