Da'immaan Oromoo biyyoota alaatti dhalatanii fi guddatan akka Afaan Oromoo baratan, kitaabotaa fi viidiyoolee barnootaa qopheessuun ka qooda gumaachaa turte - hundeessituu fi daarektarri dhaabbata “Afaan Publications” jedhamuu – Aadde Toltuu Tufaa, waggoota hedduu dhaa booda gidduu kana biyya galtee jirti. Waa’ee imala ishee ammaa fi meeshaalee barnoota Afaan Oromoo qopheessaa jirtu irratti dubbisnee jirra.
Gabaasaa guutuu caqasaa.
Yaada kenni