Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jiraattonni Magaalaa Amboo Keessa Hagi Tokko Waa’een Manneen Mootummaa Komii Dhiheessan

Amboo, Oromiyaa
Amboo, Oromiyaa

Ijaarsa Daandii haaraa magaalaa Amboo keessaaf jecha, “mana mootummaa keessa jiraannu yeroo gabaabaa keessatti diigaa, mana kireeffadhaa jedhamuun keenya nu mufachiise” jechuun komatu, jiraattota Ganda O3 keessaa hagi tokko.

“Komiin jiraattotaan dhiyaate sirrii waan taheef furmaata barbaadaafii jirra” jedha – bakka-bu’aan Kantiibaa magaalichaa.

Jiraattonni Magaalaa Amboo Keessa Hagi Tokko Waa’een Manneen Mootummaa Komii Dhiheessan
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:57 0:00


XS
SM
MD
LG