Xurree ittiin seenan

Breaking News

Atileet Fayisaa Leellisaa Meedaala Riyootti Badhaafame Yaadannoo Qabsoo Uummata Oromoof  Gumaache


Atileet Fayyisaa Leellisaa Meedaaliyaa Olmpikkii Riyoo irratti argate ummata Oromoo fi waregamtoota qabsoo Oromoof kennuuf waadaa seeneen kaleessa itti-aanaa preezadaanti naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaatti kennee jira.

Sirna kenninsa galfataa qabsoo kana irratti Itti Anaa Kantiibaan magaalaa Finfinnee Injinar Taakkelee Uumaa haasawa dhageessisaniin, Fayyisaan dirree olopikkii irratti sagaalee uumataa isaa ta'e, jedhan. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Atileet Fayisaa Leellisaa Meedaala Riyootti Badhaafame Yaadannoo Qabsoo Uummata Oromoof  Gumaache
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:03 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG