Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jalabultiin Ayyaana Irreechaa Dirree Masqalaatti Geggeessame


Jalabultii Ayyaana Irreechaa, Dirree Masqalaa, Finfinnee, Onkoloolessa 4, 2019

Ayyaana Irreechaa, boor Finfinneetti ayyaaneffamuuf qophiileen jala-bultii adda addaa har’a Finfinneetti geggeessamaa oolan. Kanneen keessaa tokko walga’ii guddaa har’a Dirree Masqalaatti geggeessamee uummatni kuma hedduu tahu irratti argame. Gabaasaan keenya bakka walga’ichaatti argamee hordofaa ture, bilbilaan dubbisnee jirraa. Caqasaa.

Jalabultiin Ayyaana Irreechaa Dirree Masqalaatti Geggeessame
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:13 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG