Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yaada Hirmaattota Irreechaa fi Naqata Qubeelaa Achitti Raaw’atame


Sirna qubeelaa Gammachiisiifi Kennaa-Irreecha Hora Finfinnee irratt

Hirmaattonni Irreechaa Finfinnee fi Bishooftuuttii hirmaatan waa’ee ayyaanichaa maal maal jedhan?

Gama biraatiin immoo ayyaana Irreechaa Hora Finfinnee irratti Sanbata dabre geggeessame irratti dargaggoo Gammachiis Ejjetaa fi Shamarree Kennaa Baqqala gidduutti sirni naqata qubeelaa raaw’atamee jira. Guutummaa isaa caqasaa.

Yaada Hirmaattota Irreechaa fi Naqata Qubeelaa Achitti Raaw’atame
please wait

No media source currently available

0:00 0:10:55 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG