Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ameerikaan Kurdoota Michoota Ishee Gante, Jedhu Biyyoonni Arabaa


Siiriyaa Kaaba bahaa keessatti waraanni Iraan maadheelee Kurdootaa irratti qiyyaafachuun haleelaa yeroo jiru kanatti biyyonni Arabaa Amerikaan Kurdoota ishee gargaaraa turan ganuu ishee ajaa’ibsiifatanii jiru.

Prezidaant Doonaald Traamp Yunaayitid Isteetis michuu ishee kan Kurdootaa qofaatti dhiiste kan jedhu haalanii jiran.

Xiinxalaa lammii Jordan kan ta’an Osama al Shariif akka jedhanitti gochaan Kudoonni kan humna qabeettii taate miseensa NATO akka ofi irraa ittistuuf qofaatti akka haftu godhe. Turkiin michioota Yunaayitid Isteetis kanneen birootti yaaddoo uummte.

Ameerikaan Kurdoota Michoota Ishee Gante, Jedhu Biyyoonni Arabaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:07 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG