Xurree ittiin seenan

Breaking News

Paartiilee Siyaasaa: Badhaasni Muummichi Ministaraa Abiyyi Argatan Nageenya Biyya Keessaaf Daran Akka Hojjetan Isaan Onnachiisuu Mala

Obboo Mulaatuu Gammachuu
Obboo Mulaatuu Gammachuu

Paartiilen siyasaa Oromoo Muummeen ministraa Dr.Abiy Ahimad badhaasa Nobeelii Nageenyaa mo’achuun gammachiisaa tahuu dubbatanii, garuu rakkoo nageenyaa biyya keessaatti ilaalcha kennuun, keessumaa rakkoo nageenyaa Oromiyaa keessatti mul’atu karaa nagaa furuu irratti akka hojjetan gaafatan. Gabaasaa guutuu caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:04:40 0:00


XS
SM
MD
LG