Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jaardagaa Jaartee Keessatti Namoonni 30 Baatiileef Hidhaman Akka Seeratti Hin Dhihaatiin Dubbatu Maatiilee Isaanii Keessaa Hagi tokko


Faayilii - Mana Hidhaa masaraa Kumsaa Morodaa keessaa, naqamtee
Faayilii - Mana Hidhaa masaraa Kumsaa Morodaa keessaa, naqamtee

Godinaa Horroo Guduruu Wallaggaa, aanaa Jaardagaa Jaarteetti namootni 30 eega hidhamanii ji’ootni sadii dabrabnis, ammallee mana murtiitti hin dhiyaanne jedhan, maatiilee jaraa keessaa namootni hagi tokko.

Bulchaan Godinichaa immoo, namootni godinaa Horroo Goduruu Wallaggaa keessatti rakkoo tasgabii uumuun shakkamanii qabamanii jiran walumaa-galatti 22 qofa jedhan.

Oduma wal fakkaatuun namoonni magaalaa Naqamtee Masaraa Kumsaa Morodaa keessatti hidhamanii turan garii gadhiifamuu fi kanneen14 tahan gara murtiitti dhiyaatanii beellamni biraan kennamuufii dubbatu, maatiilee hidhamtootaa keessaa kanneen VOA-tti himan.

Kantiibaan magaalichaa, Masaraa keessa amma namnuu hin jiru, jedhan. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Jaardagaa Jaartee Keessatti Namoonni 30 Baatiileef Hidhaman Akka Seeratti Hin Dhihaatiin Dubbatu Maatiilee Isaanii Keessaa Hagi tokko
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:14 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG