Xurree ittiin seenan

Breaking News

Irreechi Malkaa Ateetee Burraayyutti Kabajame


Irreechi Malkaa Ateetee Dilbataa darbe kana magaalaa Burraayyuu naannoo ittisa yokaa hidhaa bishaan Gafarsaatti kabajamee jira.

Irreechi Malkaa Ateetee waggaa 29 oliif otuu hin irreeffatamiin eega addaan kutamee turee booda, akka barlakkoobsa Itiyoophiyaatti bara 1997 deebi’ee irreeffatamuu jalqabuu isaa dubbatan namoonni naannoo Gafarsaa jiraatan. Ayyaanicha ilaalchisuun qophii qindeessine caqasaa.

Irreechi Malkaa Ateetee Burraayyutti Kabajame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:37 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG