ADAAMAA —
Holqi Soof Umar Hambaa Idiladunyaa UNESCO ta’uun akka galmeessamu haaldureen hundi xummuranuu isaa Biroon Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa beeksisee jira.
Biiroon kun VOAf akka ibsetti UNESCO irraa gareen qorannaa ergame dhiheenya Holqa Soof Umar dhaquun ragaalee xummuraa hunda qindeessatee deebi’e. Gabaasaa guutuu caqasaa.