Xurree ittiin seenan

Breaking News

‘Eda’amuu’ Ka Jedhu, Kitaabni Muummicha-ministaraa Itiyoophiyaan Barreessame Eebbifame


Kitaabni ‘Eda’amuu’ jedhu ka Mumme Ministeraa Abiyyi Ahmadiin barrefame xumura torban kanaa irra magaala Adaamaatti eebbifamee jira. Sirna eebba kana irratti kan argaman Ittigaafatamaan Wajjira ODP Obbo Addisuu Aragga “Eda’amuun mallattoo herregaa caalaa hiikkaa guddaa qaba,” jedhu. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Office of the Prime Minister-Ethiopia
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:55 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG