Xurree ittiin seenan

Breaking News

Giddugalli Maqaa Looreet Tseggaayee Gabramadin Qawweessaatti Moggaafame Ambotti Baname

 Looreet Tseggaayee Gabramadin Qawweessaa
Looreet Tseggaayee Gabramadin Qawweessaa

Giddugalli Qorannoo fi Qo’annoo Aadaa Looreet Tsaggaayee Gabramadin Qawweessaa Yunivarsiitii Ambootti baname.

Pirezidaantiin Yunivarsiitichaa Dooktor Taaddasaa Qana’aa “Giddugalichi akka dhalootni haaraa waa’ee hangafoota isaa baruu gochuu fi Tsaggaayeewwan haaraa horachuuf gargaara” jedhan.

Barruuwwan qorannoo fi do’iileen barreessicha beekamaatti xiyyeeffatan hirmaattotaaf dhihaatanii jiran. Caqasaa.

Giddugalli Maqaa Looreet Tseggaayee Gabramadin Qawweessaatti Moggaafame Ambotti Baname
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:10 0:00

This item is part of
XS
SM
MD
LG