Xurree ittiin seenan

Breaking News

Taateen Halkan Naannoo Manakootti Raawwate Nageenya Kootti Fuuleffate: Jawaar Mohaammad


Jawaar Mohaammad
Jawaar Mohaammad

Rakkoo nageenyaa Jawaar Mohaammad mudate, jedhan mormuudhaan dargaggonii lakkofsaan heddu ta'an mana Jawaara marsanii buluu dubbatu.

Wanni raaw’atame sun rakkoo isa irratti uumuutti ka fuulleffate ta’uu VOAtti himee jira. Polisiin Federaala garuu gochaan nageenya Jawaariif sodaachisu waan hojjatame hin jiru jedha.

Taateen Halkan Naannoo Manakootti Raawwate Nageenya Kootti Fuuleffate: Jawaar Mohaammad
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:00 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG