Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hiriira Mormii Ambootti Guyyaa 2ffaaf Geggeeffameen Lubbuun Namaa Darbe Jedhame.


Hiriira Amboo, Onkoloolessa 24, 2019

Hiriira Ambotti Geggeessame Irratti Haga Ammaa Namoota Sadii Tu Du’e

Hiriirri Mormii Ambootti har’allee guyyaa lammaffaaf itti fufee, lubbuu namaa galaafate, jechuun hiriirtota keessaa VOAtti himanii jiran.

Hiriira Ambotti Geggeessame Irratti Haga Ammaa Namoota Sadii Tu Du’e
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:57 0:00

Kaleessa galgala lubbuun namoota sadii dabruu fi har’a ammoo namootni kudhan madaa’anii hospitaala seenuu dubbatan, hiriirtonni kun.

Hiriira mormii kanarratti miidhaa namaa fi qabeenya irra gahe qorataa jirra – jedhan, Kantiibaan magaalattii. Nagaan akka bu’us waamicha dhiyeessanii jiru. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG