Xurree ittiin seenan

Breaking News

"Gaafii Hiriirtotaa Gara Walitti-bu’insa Amantii fi Sabaatti Jijjiiruuf Kanneen Yaalan tu Jira"


Gaaaffii sirrii hiriirtonni qabatanii ba’an gara walitti bu'insa amantaa fi sabaatti jijjiruu kanneen yaalan waan jiraniif, uummatni of eeggachuu qaba, jechuun Biroon Bulchinsaa f Nageenya Oromiyaa akeekkachisee jira. Walitti-bu'insa uumameen lubbun namaa darbunis himamee jira.

Mormiin dhimma nageenya Jawaar Mahammadiin walqabatee gidduu kana eegale har’a illee bakkawwan hedduutti itti fufee oole. Caqasaa.

Gaafii Jiru Walitti-bu’insa Amantii fi Sabaatti Jijjiiruuf Kanneen Yaalan tu Jira, Jedha Biiroon Bulchiisaa fi Nageenyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:57 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG