Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dodolaan Har’a Tasgabii Qabdi: Angawaa Polisii


Deeggartoonni Jawaar Dodolattii Roobii darbe mormii yeroo geggeessan

Godina Arsii Dhiyaa magaalaa Dodolaa keesstti walitti-bu’iinsa uumameen namnii 7 ajjeefaman Jimaata har’a awwalamuun gabaafamee jira.

Raayyaan ittisa biyyaa magaalatti eega to’atee booda nagaan hangi tokko argamee jira.Polisiin midhaa dhaqqabe adda baasee baruuf garee tokko hundeessuun ibsamee

Waldaa Kristaanaa fi masjiidin magaalatti keessaa eegumsa bifa jabaateen itti fufuu isaa polisii magaalaa irraa saajin Hajii ibsanii jiru.Har’a garu nagaan oollee jedhan.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG