Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hiriirri Mormii Oromiyaa Keessaa Dhaabatee Hojiin Idilee Deebi’ee Jalqabamee Jira, Jedhu Jiraattonni


Hirmaattota mormii mana Jawaar Mohaammad biratti geggeeffame keessaa amma tokko, Onkoloolessa, 24, 2019
Hirmaattota mormii mana Jawaar Mohaammad biratti geggeeffame keessaa amma tokko, Onkoloolessa, 24, 2019

Hiriirri mormii guyyotaa lammaaf magaalalee Oromiyaa adda addaa keessatti geggeessamaa ture dhaabatee, daandiileen cufamanii turan banamuu fi hojiin addaan citee ture deebi’ee jalqabamuu jiraattoonni magaalaalee kanaa VOAtti himanii jiran.

“Haalli nageenyaa Oromiyaa keessaa tasgabbaa’ee hojii jalqabnee jirra,” jedhu. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Hiriirri Mormii Oromiyaa Keessaa Dhaabatee Hojiin Idilee Deebi’ee Jalqabamee Jira, Jedhu Jiraattonni
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:08 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG