Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hojigeggeessaa Itiyoo-Telekoom Naannoo Oromiyaa Gama Lixaa Eenyu Tu Ajjeese?


Itti gaafatamaa Itiyoo Telekoom Naannoo Lixaa, obbo Gammachiis Taaddasa
Itti gaafatamaa Itiyoo Telekoom Naannoo Lixaa, obbo Gammachiis Taaddasa

Hoji-geggeessaan Itiyoo-Telekoom, naannoo Oromiyaa gama Lixaa Obbo Gammachiis Taaddasa, dheengadda Qaama ammaaf eenyumaman isaa hin beekamiiniin, magaalaa Naqamtee keessatti ajjeefamuu waajirri Poolisii magaalichaa beeksisee jira.

Dhimma ajjeechaa isaaniin wal qabatee namootni lama to’atamanii qoratamaa akka jiranis himamee jira.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Hojigeggeessaa Itiyoo-Telekoom Naannoo Oromiyaa Gama Lixaa Eenyu Tu Ajjeese?
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:53 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG