Xurree ittiin seenan

Breaking News

Rakkoolee Oromiyaa Keessaa fi Furmaata Isaanii Hayyoonni Akkamitti Ibsan?


Mormii magaala Amboo keessatti torban darbe geggeeffame

Rakkooleen tibba kana Oromiyaa keessatti mumul’atan sababaa gaaffileen uummataa hin deebineef, fedhiiwwan wal hin simanneef, akkasumas, qaawwan hojii naga-eegumsaa keessa jiruuf akka tahe – kanneen dhimmicha xiinxalan - Barsiisonni Gaazexessummaa fi Siyaasaa Yunivarsiitii Amboo fi Wallaggaa dubbatanii jiran.

Rakkoolee wal fakkaatan ka biroon akka hin uumamneef waan godhamuu qaba jedhanis himanii jiran.

Guutummaa isaa caqasaa

Rakkoolee Oromiyaa Keessaa fi Furmaata Isaanii Hayyoonni Akkamitti Ibsan?
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:53 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG