Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hiriirtonni Amboo Waltajjii Marii Muummichi Ministaraa Irratti Argamanitti Hirmaachuu Dhabuu Balaaleffatan  


(Suuraa faayilii)

Waltajjii marii nagaa har’a magaalaa Ambootti geggeeffamerratti Muummee Ministira Itoophiyaa Doktor Ahmad fi aangawoonni federaalaa fi naannoo olaanoon argamanii turan. Dargaggootni magaalichaa, sababaa waltajjicharratti hirmaachuu dhabaniif alatti sagalee mormii dhageessisaa turan, jechuudhaan dargaggootni hagi tokko Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti himanii jiru.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Hiriirtonni Amboo Waltajjii Marii Muummichi Ministaraa Irratti Argamanitti Hirmaachuu Dhabuu Balaaleffatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:57 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG