Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bulchiinsa Federaalawaa Irratti Mariin Gaggeeffamee Jira


Sabaa fi sablamoota Itiyoophiyaa giddu walitti bu’iinsa jiru hambisuuf sirna federaalizmii haqanii akka teessuuma lafaatti daangeessuun barbaachisaa ta’u maanguddonnii fi hayyonni akkasumas hogganoonni paartilee siyaasaa Baahir Daar irraa dubbataniii jiru.

Sirna Federaalawaa gosa irratti qiyyafatee fi danqaa isa mudatee mata duree jedhuun walgahii gaggeeffame irratti kun dubbatame.

Gama kaaniin sirnii Itiyoophiyaa keessaa kan saba danuu ykn Federaalawaan sabaa fi sablammoota biyyattii beekannoo kan kenne ta’u hayyonni yunivarsitii Maqalee ibsanii jiru.

Sabaa fi sablamonni afaan isaaniin akka gargaaraman eenyummaa isaaniin akka boonana sirna godhe jechuun jedhan.

Rakkoo yeroo ammaa uumameef sababaan olaantummaan seeraa kabajamuu dhabaa fi bu’aan dinagdee uummataa kabajamuu dhabauu isaa ta’u dubbatu.

Sirnii Federaalaa jiru sadarkaa amma jiru irraa foyya’ee sabaa fi sablammootaaf mirga foyya’aa kennuu akka qabu gaaffii

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG