Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hidhattoonni WBO Shawaa Lixaa, Meettaa Wal-qixxeetti Humnoota Nageenyaa fi Sofeera Isaanii Ajjeesan, Jedhama  


Faayilii - Loltoota Adda Bilisummaa Oromoo, Mooyalee, bara 2009

Godina Shawaa Lixaa, aanaa Meettaa Walqixxeetti, “humnoonni hidhatanii socho'an qaamota nageenyaa afurii fi konkolaachisaa Ambulaansii tokko ajjeesan” jechuun balaaleffatan itti gaafatamaan Waajjira Bulchiinsaa fi Nageenyaa aanichaa.

Ajajaan Waraana Bilisummaa Oromoo zoonii Kibba Lixa Shaggar waa’ee kanaa gaafatamanii,''eeyyeen nu tu raaw’ate, waan nu sakatta'uuf nutti dhufaniif itti dhukaasne,” jedhan.

Hidhattoonni WBO Shawaa Lixaa, Meettaa Wal-qixxeetti Humnoota Nageenyaa fi Sofeera Isaanii Ajjeesan, Jedhama
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:56 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG