Xurree ittiin seenan

Breaking News

Proojektiin Manneen Waliin-jireenyaa Kumoota Hedduu Finfinneetti Jalqabame

Faayilii - Manneen jireenyaa kondoominiyemii naannoo Ekkaa, Finfinnee, Onkoloolessa 19, 2016
Faayilii - Manneen jireenyaa kondoominiyemii naannoo Ekkaa, Finfinnee, Onkoloolessa 19, 2016

Itti aanaa-kantiibaan bulchiinsa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uuma ijaarsa manneen waliin jireenyaa, kuma hedduutti lakkaawamu jalqabsiisuu isaanii beeksisan.

Kutaalee bulchiinsa magaalaa Finfinnee 9tti manneen 20, 504 tu ijaaramuu jalqabame, jedhan.

Proojektiin Manneen Waliin-jireenyaa Kumoota Hedduu Finfinneetti Jalqabame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:52 0:00

XS
SM
MD
LG