Xurree ittiin seenan

Breaking News

Siidaan Abishee Garbaa Magaalaa Shaambuutti ijaaramuufi.


Siidaa Abishee Garbaa ijaaramuuf karoorfame kana fakkaata
Siidaa Abishee Garbaa ijaaramuuf karoorfame kana fakkaata

Siidaan gooticha Abishee Garbaa fi proojektiilee misoomaa maqaa isaatiin moggaafaman Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Magaalaa Shaambuutti ijaaramuuf ka qophiitti jiramu tahuu Bulchaan Godinichaa Obbo Jabaa Addunyaa, VOAtti himanii jiran.

Naakoor Malkaaa Obbo Jabaa fi maanguddoo magaalattii dubbisuun, Ambo irraa nuuf gabaase.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Siidaan Goota Abishee Garbaa Magaalaa Shaambuutti ijaaramuufi.
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:15 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG