Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qondaalli ABO fi Hiriyaan Isaa Torban Dabre Finfinneetti Hidhaman Mana-murtiitti Dhihaatan, Jedhu Maatiin


Yaasoo Kabbabaa
Yaasoo Kabbabaa

Barreessaa fi qondaalli ABO Obbo Daawuud Ibsaan hoogganamuu, Obbo Yaasoo Kabbabaa akka lakkoobsa Itiyoophiyaatti Onkoloolessa 17 bara 2012 Finfinneetti hiriyaa isaa Obbo Ifaa Gammachuu waliin humnoota mootummaan qabamuu matii fi hiriyaan isaanii dubbatanii jiran.

Akka isaan jedhanitti, Obbo Yaasoo fi Obbo Ifaan mana murtii dhadacha Araadatti dhiyaataanii himanni “Abbaa Torbee leenjistu,” jedhu irratti dhihatee jira.

Dhimma hidhamuu namoota kanaa irratti qaama mootummaa irraa deebii argachuuf carraaqqin goone hin milkoofne.

Gabaasa guutuu armaan gaditti caqasaa.

Qondaalli ABO fi Hiriyaan Isaa Torban Dabre Finfinneetti Hidhaman Mana-murtiitti Dhihaatan, Jedhu Maatiin
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:57 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG