Xurree ittiin seenan

Breaking News

Innaangootti Barattoonni Wanta Hin Ammatti Hin Beekamiinin Faalamanii Dhukkubsatan Jedhama


Oromia map

Godinaa Wallagga Lixaa Aanaa Laaloo Assaabiitti, barattootni Mana Barumsaa Qophaa’inaa Innaangoo 45 tahan wanta maalummaan isaa hin beekamneen faalamanii dhukkubsatan jedhan, jiraataan magaalichaa. Maalummaan wanta barattoota kana faalee maali?

Naakoor Malkaa barattoota dhibaman, Itti gaafatamaa Yaala Fayyaa Hospitaala Waliigalaa Gimbii fi Bulchaa Godina Wallagga Lixaa dubbisee gabaasa itti aanu ergee; caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:07:34 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG