Xurree ittiin seenan

Breaking News

"Itiyoophiyaa Keessatti Gaheen Dargaggootaa Ol’aanaa Ta'uun Isaa Beekamuu Qaba"


Faayilii - Dargaggoota Ireecha bra 2016 irratti hirmaatan keessaa
Faayilii - Dargaggoota Ireecha bra 2016 irratti hirmaatan keessaa

Dargaggoonni fi Shaamaran Raadiyoon Sagalee Ameerikaa haasofsiise Itiyoophiyaa keessatti gaheen dargaggootaa ol’aanaa ta'uun isaa beekamuu akka qabu hubachiisan.

Rakkoolle yeroo adda addatti ka'aaniif furmaata waaraa fiduun yoo barbaadame, carraa hojii dargaggootaf uumuu fi gaaffiilee dargaggootan ka’an otuu deebii hin argatiin, akkuma rarra'aanitti hafaniif deebii kennuuntu barbaachisa jedhan. Kun nageenya biyyattif ulagaa duraati, ta'us dubbatu, dargaagonni kun.

Gabaasa guutuu caqasaa.

"Itiyoophiyaa Keessatti Gaheen Dargaggootaa Ol’aanaa Ta'uun Isaa Beekamuu Qaba"
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:33 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG