Xurree ittiin seenan

Breaking News

Uummata Godina Sidaamaa Galmeessuun Itti Fufee Jira


Faayilii - Biildboordii qarqara magaala Hawaasaa
Faayilii - Biildboordii qarqara magaala Hawaasaa

Godiina Sidaamaa keessatti kanneen galma’anii kaardii sagalee ittiin kennan fudhatan mirga Demokraasii heeraan kennameef hojii irra oolchuuf jiru jechuun dura teessuun bordii filannoo Itiyoophiyaa aaddee Birtukaan Midhaksaa oduu gabaastotaaf ibsanii jiru.

Godiina Sidaamaa keessa waaltaan hojii galmeessuu fi sagalee itti kennan 15 akka jiru tokkoon tokkoon buufata kanaa aanaalee 2 ykn 3 kan qaban ta’u ibsan.

Humnootiin nageenya kabajsiisan waltaalee akkasii irra meetra 200 fagaatanii akka jiran garu yeroo wirtuleen cufaman eegumsaaf akkasumas rakkoon uumamee akka seenaniif yoo gaafataman kan seenan ta’u aaddee Burtukaan dubbatanii jiru.

Jiraattonnii fi rawwachiiftonni filmaata maal jedhu?

Gaaffii fi deebii gaggeeffame caqasaa

Uummata Godina Sidaamaa Galmeessuun Itti Fufee Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:54 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG