Xurree ittiin seenan

Breaking News

Masrii, Sudaan fi Itiyoophiyaan Marii Dhimma Falmisiisaa Hidha Laga Abbayaa Amajjii Dhufutti Fixachuuf Walii Galan


Hidha Laga Abbayaa
Hidha Laga Abbayaa

Ministeeronni dhimma alaa Masrii, Itiyoophiyaa fi Sudaan torban kana Waashingtiten keessatti erga wal arganii booda Amajjii dhufu dhimma falmisiisaa hidha laga Abbayaa irratti walii galuuf cicha qaban isaniiru.

Wal ga’ii sana dura ministeeronni kun prezidaant Donaald Traamp waliin Whaayit Haawusitti wal arganii jiran. Traamp erga prezidaantiin Masrii Abdel Fattaa El Siiisii jaarsummaan jidduu akka seenanii gaafatanii booda dhimma kana irraa fedhii qabaachuu ibsanii jiru.

Masrii, Sudaan fi Itiyoophiyaan Marii Dhimma Falmisiisaa Hidha Laga Abbayaa Amajjii Dhufutti Fixachuuf Walii Galan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:02 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG