Xurree ittiin seenan

Breaking News

Barattoonni Yunivarsiitii Jimmaa Barattootni Naannoo Amaaraatii Dhufan Akka Mooraa Gad-dhiisanii Hin Deemne Yaalii Gochuun Himame


Barattootni Yunivarsiitii Jimmaa hagi tokko barattootni naannoo Amaaraa tii dhufanii achitti baratan akka mooraa gad-dhiisanii hin deemne yaalii gochuu isaanii, Pireezidaantiin Gamtaa barattoota Yunivarsiitii Jimmaa beeksisee jira.

Barattootni muraasni hiriira torban darbe geggeessaniin wal qabatee hidhaman, jechuun komii barattootni kaasaniifii pireezidaantiin Yunivarsiitii Jimmaa Doktor Jamaal Abbaa Fiixaa deebii kennanii jiru.

Hookkara Yunivarsitii Waldiyaatti ka’ee lubbuu galaafate sana balaaleffachuun, dhaabbatoota barnootaa adda addaa Oromiyaa keessaa keessatti mormii fi nyaata lagannaa gidduu kana geggeessamaa ture har’as itti fufee jira. Caqasaa.

Yunivarsiitii Jimmaa
please wait
Embed

No media source currently available

0:00 0:07:07 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG