Xurree ittiin seenan

Breaking News

Muummichi Ministeera Abiy Ahimed Haala Yeroo Ilaalchisuun Paartilee Waliin Mari’atan


Muummichi Ministeera Abiy Ahimed Haala Yeroo Ilaalchisuun Paartilee Waliin Mari’atan
Muummichi Ministeera Abiy Ahimed Haala Yeroo Ilaalchisuun Paartilee Waliin Mari’atan

Muummichi ministeera Itiyoophiyaa Abiy Ahimed har’a Oromiyaa fi naannoo Amaaraa keessa kan sosso’an hoogganoota paartilee siyaasaa waliin mariin geggeessan erga lubbuun namoota 86 darbee booda isa jalqabaa ti.

Oromiyaa fi naannoo Amaaraa kan hoogganan ODEPA fi ADEPA akkasumas naannolee kana keessa Kan maadheffatan hoogganoonni paartileen moorkattootaa marii sana irratti argamaniiru.

Muummichi ministeeraa Abiy haasaa dhageessisaniin marii kanaaf ittiin ka’umsi haalawwan dhiyeenya uumaman ta’auu ibsanii Akeeki wal ga’ii kanaa inni ijoon naannolee lamaanii fi uummata naannoo lamaanii gidduutti yeroo dhiyoo as walitti bu’iinsaa fi lubbuun namaa baduun hammaataa adeemuu isaa ti jedhan.

please wait

No media source currently available

0:00 0:02:42 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG