Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haala Yeroo Ammaa Yunivarsitiilee Itiyoophiyaa Keessatti Mul’atan Ilaalchisee Barattoonni Maal Jedhu?


Dhaabileen barnoota ol'aanoo Itiyoophiyaa xiqqoo dha, bakka itti saba fi sablammiin biyyatti wal gahu, kanneen jedhan baratoonni Raadiyoon Sagaalee Ameerikaa dubbise, barattoonni wal jalaala fi kabajaan waliin jirachuu akka qaban hubachiisabn.

Barattoonni yunivarsiitii Jimmaa,Arsii fi Maatuu irraa yadaa kennan, baratoonni qamoolee mooraa yunivarsiitin alattiin dhiibamanii rakkoo wal irratti umuu hin qaban, jedhu.

Haala Yeroo Ammaa Yunivarsitiilee Itiyoophiyaa Keessatti Mul’atan Ilaalchisee Barattoonni Maal Jedhu?
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:16 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG