Xurree ittiin seenan

Breaking News

Meeshaaleen Waraanaa Seeraa Alaa Hedduun Finfinnee Galfamuuf Otuu Yaalamanii Qabaman, Jedha Poolsiin


Meeshaalee waranaa seeran ala magaalaa Finfinnee galcuuf osoo yaalamuu too'ataman, jechuun Komishiin Poolisii Feederaalaa Ityiyoophiyaa beeksisee jira.

Meeshaaleen too'ataman osoo kallattin magaalaa seenfamanii hojii irraa oolfaman tahee rakkoo nageenyaa guddaa fiduu akka danda’an dubbatan - Dareektarii Koomiyuunikeeshinii Koomishinii Poolisii Federaalaa, Jeeylaan Abdii.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Meeshaaleen Waraanaa Seeraa Alaa Hedduun Finfinnee Galfamuuf Otuu Yaalamanii Qabaman, Jedha Poolsiin
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:32 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG