FINFINNEE —
Qondaalli mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Tolaa Gadaa jedhaman osoo hojiif gara Qeellam Wallaggaa deemaa jiranii, Wallagga Lixaa aanaa Laaloo Assaabiitti ajjeefamuu bulchaan godinichaa Raadiyoo sagaalee Ameerikaatti himanii jiru.