Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yunivarsitii Wallootti Walitti-bu’insi Barattoota Oromoo fi Amaaraa Gidduutti Uumamee Ture Araaraan Furamuun Himamee jira


Yunviarsiitii Walloo

Sirna deemsa araaraa kana keessatti haadhotii fi hoogganoonni amantii qooda guddaa gumaachuun isaanii kan himame yoo tahu, “qaamota Yunivarsitiilee giddu-gala jeeqamaa gochuuf hojjetan motummaan seeratti dhiheessuu qaba,” jedhan.

Yunivarsitii Wallootti Walitti-bu’insi Barattoota Oromoo fi Amaaraa Gidduutti Uumamee Ture Araaraan Furamuun Himamee jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:40 0:00

Walitti-bu’insa barattoota gidduutti uumamee tureen, Yunivarsitii Wallootti barnootni torban tokkoof ka dhaabatee ture yoo tahu, eega walitti-bu’insi sun uumame irraa jalqabee kanneen miidhaman kunuunsuudhaan, kanneen yaadda’an jajjabeessuudhaan akkasumas, kanneen mooraa Yunivarsitichaa ti ala keessumsiisuudhaan akka haalli jiru nageenya duraan turetti deebi’u carraaqqiin godhamaa turuu isaa ibse – gabaasaan VOA – Masfin Arraagee Dasee irraa.

Carraaqqiin sun milkaa’ee kaleessa wal-dhabdeen barattoota gidduu kaleessa araaraan furamuu isaa dubbate.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG