Xurree ittiin seenan

Breaking News

IWEHAT Paartii Haaraatu Uumame Malee IHADEGtu Walitti Makame Miti Jedhe


Paartiin IHADEG sadii diigamanii paartilee deggeran ka biroos dabalatanii walitti dabalamuuf qophaa’anii jiru.

Paartiilee deggertotoa IHADEG keessaa tokko kan ta’e IWEHAT garuu walitti makamuu kana hin raggaasisne. Hayyoonnii fi xiinxaltoonni siyaasaa akka jedhanitti kun kan mul’isu IWEHAT fi paartilee miseensota ta’an kanneen biroo gidduu adda addummaan jiru mul’inatti kan itti ba’e ture.

IWEHAT Paartii Haaraatu Uumame Malee IHADEGtu Walitti Makame Miti Jedhe
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:41 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG