Xurree ittiin seenan

Breaking News

Inispektarri Qajeelcha Poolisii Magaalaa Naqamtee Keessa Hojjatan Tokko Ajjeefaman


Magaala Naqamtee

Qajeelcha Poolisii magaalaa Naqamtee, garee rawwii mirkaneessa naageenyaa naannoo keessaa kan hojjetan Inispektar Caalaa Nagaaraa kaleessa dhukaasa itti babnameen ajjeffamuuu maatiin isaanii VOAtti himan.

Inispektar Caalaan kaleessa ganama sa'aatii lamatti rasaasaan rukkutamanii du'uu malee eenyu akka ajjesse wanti beekame hin jiru, Waajirri Dhimmoota Koomiyunkeeshinii Mootummaa magaalaa Naqamtee.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Inispektarri Qajeelcha Poolisii Magaalaa Naqamtee Tokko Ajjeefaman
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:57 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG