Xurree ittiin seenan

Breaking News

ABOn Mariin Humnoota Siyaasaa Iityoophiyaa Hunda Hirmaachise Akka Geggeeffamu Gaafate


Faayilii - Hayyu-Duree ABO Obboo Daawud Ibsaa Waliin
Faayilii - Hayyu-Duree ABO Obboo Daawud Ibsaa Waliin

Partiin ABO Obbo Dawuud Ibsaan hogganamu partilee siyaasaa biroof wamichaa tasiisee jira, jechuun Partichi ibsee jira.

Haala naageenya yaaddessaa biyyaatti keessatti mul'achaa jiru furuuf partileen siyaasaa waliin mar'achuun barbachisaa waan ta’eef waamicha kana dhiheessina, jedhan obbo Mika'eel Boraan miseensi koree hojii rawwachistuu partichaa.

ABOn Mariin Humnoota Siyaasaa Iityoophiyaa Hunda Hirmaachise Akka Geggeeffamu Gaafate
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:34 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG