Xurree ittiin seenan

Breaking News

Doorsifamus Mirga Hidhamtootaaf Hanga Dhumaatti Falmuun Qaba Jedheen Murteesse: Abukaatoo Wandimmuu Ibsa kutaa 2ffaa


wondimu ibsa

Bilbilaanis ta’e qaamaan dorsiifamuun akka irra ga’e kan ibsan Abukaatoo Wandimmuu Ibsaa garu cicha qabaannaan sodaa fi dorsiisii dubatti nama hin deebisu jedhan.Seerrii farra shoroorkeessummaa jedhamee biyyatti keessatti ba’e sun ofuuma isaa iyyu shoroorkeessaa waan ta’eef ulaagaa shoroorkeessummaa nama jechisisuuf ka’ames of keessaa hin qabu jedhan.Kanaaf himatii shoroorkeessaa namoota irratti dhiyaataa ture ragaa tokko kan hinqabne ta’u ibsan.

Doorsifamus Mirga Hidhamtootaaf Hanga Dhumaatti Falmuun Qaba Jedheen Murteesse: Abukaatoo Wandimmuu Ibsaa kutaa 2ffaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:48 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG