DIRREE DHAWAA —
Yunivarsitii Dirree Dawaa keessatti Dheengaddaa Barataa Yihun Alamaayyoo lubbuun isaa eega dabree booda/ yunivarsitichii yeroo hin murtoofneef cufamuu isaa Addis Chekool Gabaasee jira.
Gama kaaniin Ayyaana Qullubbii Gabreelii kabajuun amantoota gara Harariitti deebi’aa turan/ balaa kokolaataa dhaqqabeen namnii 2 du’ee 7 madaa’uun polisiin Harargee Bhaa beeksisee jira.